Aabboof Waaqa keena,Atiin guddinnafi ulfinafi jabeenna argachu malte.Atin waan ch’ufa uumte,fed’I teetiini wonti chufti uumamte jireena argate. (Waan Yohanati Mullisani 4:11)
Jalqabi odhu kristiana aka Waaqi takach duga amalle bulcha hagg jiru jirenna ka waan chufa.Inni Aabbofi Hayyu waan laf jiran chufati.Inni akka bulcha lafa gumbo infedatu yo kaan ufi inojatu.Inni bulcha dansa ka jalaala.ka adunya isaati wo keene,amalle dugan bulchu.
Waaqi bulcha waan chufaati.Maro waan chufa uumef.Waaqi maddafi ka waan jiraan chufaa midhase,ka lafti dansan mid’daadun nu kees jiru tulen kes jirtu.adunyan tuun ta isaati.Isaat uume,Waan chuufa gudaan isaa.
Amalle isaat nu midhase.
Waaqi nama uume,Amalle adunya isa kesat fula malte nukene.Inni huji nut kene akk nu adunya bulchine,qorqoranne amalle itt uff baasinu-Waan kaan chuuf kesat isa ulfesine,salfanuuf akka bulcha kenat,Amalle galat debimnuuf maro tolla isatif.
Nuun chuftii,akuma hooliye banne,abbu kara ufi gul bahe.(Isaiah 53:6)
Woni akk injirr chufti jiren kenaf adunya tan kesalet filano nami duri filat gula dufte.Jalqabaatu,Nu aka Waaqi bulcha kena tau ee injene.Nu Waaqa aka bulcha kena dinne kara fenu jirachu filane.
Nuun chufa waan kana jiren ken kesat intana.
Yo edhu ,Waaqa dinne yokan fagot isa lakimne,durat yane akum fen jirana.Nu isa aka ini nu umme akasumat wo nu kenut hingalatefanu,Nu aka bulcha kenat isa gudimne inajajamnufi.Nu daraafi waan kena gula yana,wanum ira nujiran gula jirana,(dinni tanan,hadhaa ten tanan yokan lachule).
Dubiin Waaqa diddansa kanan “chubu”jeti,nuun chufti intolchina,dinni tamile kes jiranan.
Nuin fula nu itt uff agare adunya waaqooti dara edhun guute,Nuun chufti akum fenu gula wotolchina,nuu ufumaa tena gula adunyaf namale dabsina aka fedi tenna.
Isin waan nam sodachisatii,hintatu.uff bulchu kenn hanqate nu gaati waan suni argana.uff yakine,nama nu daatu yakine,adunya kes jiranule yakima.
Akuma nami chufti maro toko chala due,amo egi suni Waaqi nama qoru.(Ebrania 9:27)
Akum bulcha dansa chufa,Waaqi inqorqorata aka diddansa kena aka jabdut fudatu.Inni waan huji tena chufa inlala maro yo nuu ingudimn isa dibduf,nuu nama dabsine adunya isaale aka ira gorsin.
Jecha dibiini,Waaqi diddansa kaan aka ini haga jiru jirena demu ee hinjedhu.Yo ee jedhe inni Waaqa dugaatinit jechu.
Nuin qorsuma Waaqa maro nu isaa dinnefi karaan nuu agaruni dua.Gargalaf dooti waan duri jiraniniti.Duafi shamunii adunya tan kesat gaati maro nami Waaqa diideti.
Amo qorsumaa diibit jira ta nuu egatu.Nuu guya toko Waaqa dura ejine waan jireen kena chufaa isaat imna,yakka nu tolchin amalle maro nuu isa aka bulcha kena diinef.
Murti guya suun Waaqi nut muru ta waan nu kadaneti-ta isin isaan gargari bahiti.Inni ufira nu kutaa.Amo maro jireenaf woni dansan Waaqa ira duftufii,isa nuu kutaansi gargalla hin obanne.
Tunin waan jajabdu,Murtii qorsumaa Waaqa jala jiraachun.Waan nuu chufa egatatii,mann jenan nu chufa wolala Waaqa diddan kes jira.
Nuun chufti aka hooliye banne,abbu kara ufi gula bahe.Ammo Aabbo Waaqi chuubu tenna chufa isa ira kaye.(Isaiah 53:6)
Aabbo Waaqi adunya uume injalata,nulee nuu jalata.Inni aka nuu danicha isa dinne arganut nuu hinlakimne.Inni Ilma ufi adunyat nuu erge aka nu baasu:Namicha Yeso Kristo.
Yesoon aka kena Waaqa indine,Inni hoja chufa bulchuma Waaqa.Gudinaf galata isa kene,waan chufa kesat isa saarme.Inni khara tokolen qorsumaa Waaqati inmalle.Inni duu inmalle.
Amo Yeson indue.Addo jabeena Waaqa ka faydaban fayise duan kasu qabatele,Yeson ee jedhe aka maskali Rumi gubat fanisani.Manif ?
Odhun akmale dansa Yeson fula wora aka kena Waaqa dideefi due.Inni qorsumaf muraa sila nuu fudachu male ufit fudate,khara fula tena maskali gubat duichatini.Dooti muraa wora Waaqa dideti.Inni duu tena due.
Wonti kun chufa sila waan nuu hinmalini.Nuu Waaqa dinne,amo maro jalal isa guthotif,Waaqi ilma ufi erge aka nuu duu.
Waaqafi Abba Aabbo keenna Yeso Kristoti galata deebimna!Maro naasu isatiifi inni Yeso Kristo duisa keesa kaase,jireena haraa nuu kenne.Wonti kunin abdi jirtu nukeniti..(1 Petro1:3)
Waaqi ee jedhe duu Yeso aka gaati chuubu chufa,amalle duu kesa isa kaase.Yeson duu dabsate,amalle kae aka nami sila tau male,bulcha adunaya Waaqa.
Aka bulcha Waaqa,Yeso amalle Waaaqi yau fohate aka ini adunya qoruu.Hoja Yeson deebie guyan qorsumaa gau,Yesot maro nuu Waaqa dinefi nugafata.
Amo Yeson hayufi abba mura ka Waaqi fohate chalaniti,amalle inni baasa qorsuma jala nam basu,maro duu ini fula tena duefi,Inni ama chubuu tena chufaf araara nuu tolcha.Chufa yau nubasani.Nuu ama Waaqan wolin jalqabaa haraa midafachu indadena.amma aka wora isa diduniti amo aka jalawan isa,ulfinaf gudin chufa isa kenine.
Jireena haraa Yesoon nuu kenu kaan kesaat,Waaqi ufumaan dufe haafura isatiin nuu wolin taa,nuu gamachu woldaqisa haresa kana argina.
Hoja Yeson gudiina isa chufaan debiu,nuu abdi qamna aka fudatamnu-nut akas maleniti,amo maro ini fula tenn due gaati fudatef.
Nami Ilma dugefatu jireena hegeri qaba;Nami Ilma dugefachu didu haguma jiru jireena inargatu,ammo Waaqi haga jiru jireena isaati dallana.(Yohana 3:36)
Kharan qara ka jireena ka nuu Waaqa dinne-isa lakimne jireena keena aka fenn jiranne,lalalti,tunin filano nami midafachuut jiru.
Bufaati jireena akana qorsumaa duga jajabdu Waaqati.Nuu gaati yakaa Waaqa dinne armaf amatan chalaniti,amo waan jajabdu waaqan gargar bahicha haga mume.
Amo khara dibiit jira,hoja nuu Waaqa debiine araara isa kadane,Yeso aka bulchaf baasa dua kaeti abdane,woni chufti injijiramti.
Aka jalqaba,Waaqi waan duri jijire haraan dhufa,Inni duu Yesoo aka gaati chubuu nuu isa dinet ee jedhe,Inni gaati male akasumat nu araarame.Inni haafura isaa onne tenat naqe amalle jireena haraa dooti indandene ka haga jiru jireena nukena.Nuu ama wora Waaqa diduniti amo woraa isaaati.Nuu ama Ilma Waaqa aka bulcha kena wolin jiraana.
Kharan jirataanin lama chala.
Yo atin gaafi tan debiifte “khara kam jiraachu fett?”khara keena,”Yo akasi atin odhu kristiana ta fula tanat nut imani indugefatuu,atin aka nuu Waaqa dinnele indugefatu,yokan aka Yeson dua kaele.
Yo akasi,aka dansa hereegi amale qorqoradi atho durat indemne,isin jajabdu yo atin odhu tana atho inqulqulefatinu didde.Atin waan Yeso ufuman dubifachu indandeta fula afuuri taa odhu isa keesat tafaan ta woldaqisa haraa -odhu Matayo,Mariko,Luka amalle Yohana.Amalle jaala kanke ka kristiana wolilen dubifachu indadeeta
Amo hoja atin aka dansa aka Waaqa didde uff bete amalle isaat debiite khara isa jirachu fete,akamin akas jiraata?
Khara lafaa haga sadit jiraa:Dubbate,guute,abdataa.
Wooni qara ka tolchaani Waaqan dubatani.Ee jedhi aka isa didde amalle wooni siegatani daanicha.amo araara isa gafad khara Yeson fula tante duetini.Waaqa kadadi aka ini si qarqare nama Waaqa diidu ira jijiramte aka nama Yeso bulcha jireena isaat wolin jiraatu.Waan akana kaan Waaqa kadachu danadeta.
Aabbo Waaqa
Anin hinmmalle aka atin nafudatu,Ebb tante ta jireena hegeritile hinmalle,anin wolaala si diddansa ka amalle sira goriti qaaba.wolaali kiya,amalle araara kanke feeda.
Galatoom maro Ilma kanke ergite aka inni nadue akasin na araaramani.Galatoomi maro inni dua kaefi aka jireena haraa na kenu.
Abbo naa araarami amalle na jijiri.aka anin Yeso bulcha kiyaat wolin jiradhu.Ameen.
Kharan lameeso khara qara kanit diata,egi kadacha guba tana tan kadate,atin hujin hojachu jal qabaata-sunin Yeso aka bulcha keetit wolin jirachu.
Jireena kanke kesat fula hedhut ta jijiramu malte jira.adhaa dulatii lakisu malte,ta aka d’arraa,dalansu,ufumaa faa.adhaan hareetin ta Waaqa ulfesitu ta aka wo nama keeniti,naasu,jalaalaf obsat fula qabachu malte.
Kharan lameeso kunin haga jiru jireena sii gula dema,amo Waaqi khara chufa kesat sii wolin jira,khara atin dubii isa dubiifatun inni sit dubata,Inni si chaqase akum atin isa kadateni sii qarqaraa.Inni Afuura isatin si gudisa,ka sii keesa tae,sii jijiire khara isa si jirachisu,Inni amalle kristiana dibii sibasa ka khara kaan kesat garaaa sijabesu akuma guya chufa woli agartanit.
Kharan lameeso yo akasi,waan Yeso gutaani amalle isa aka bulcha keeti wolin jirachu.
Kharan sadessolen durat deema.Atin abdi tante fula malte kewachu qabda.
Maro duisafi kaisa Yesotif si araaramani Waaqan wolin taka si tolchani,Atin yo chufa waan kanat debii,maro atho atin khara Waaqa hareesa kaan jiraachu jalaqabatele atin jidhe amale waan amtule inum tochitaa.Nuun chuuf intolchina.Nuun chufti aka duisi Yeso Kristo maskali guba chalan fula araara keena lalu male.
Nuu yo tokolee isaat hirkachu lakisu hinmalle,amalle isa chalat,aka khara nu araaraf jireena hegeeri arganun.
Yo khara kaan fudate,atin duga itt qabda aka Waaqi si araarame amalle jireena haraa miju argate.
Amo yo atin Waaqa khara kanan hin owatiini,atin duga itt qabda aka qorsuma Waaqa jala jirtu.
Woit khara keesa jira,Khara lama ka jiratanin chalat jira,Filano nuu chufa egatu.